📰 最近消息
Sooviyet, Hangaarii fi Yugoslaaviyaa keessa jiraatan hammata. Gareen kun Afaan Oromoo afaan barreeffamaa akka ta'uf qorannoo bal'aa godhe. Haaluma kanaan, gareen kun bara 1972 barruu qorannoosaa kana kan Languages in Ethiopia: Latin or Geez for Writing Afan Oromo, Tatek, 1972 maxxanse. Barruun kunis
Roobaa Buttaa, 1880Leenjisoo Diigaa hogganaa waraana Arsii kan bara weerara minilik akka tahe namoonni seenaa dubbisan heddu ni beeku, garu Arsiin bara weerara minilik Leenjisoo Diigaa dabalatee hoggantoota ciccimoo biroos ni qaba.-Leenjisoo Diigaa-Roobaa Buttaa-Suufaa Kuso-Waaqo BororoRoobaa Buttaa
Situ fide dhibee Kan dawaansa dhibeAn maalan balleesse?Sitoo na madeesse.Jaalala ijoollummaaMi'ooftu akka dammaaSummii itti naqxeKaraarras ni maqxe.Dhibeekeen wallaaleMaaltu akka si dhaaneSi tuqanii laata?Moo suma maraata?Qarshiidha hawwiinke?Safuu! yaa qalbiike!Utuun akkas beekeRakkina keessakeWaar
Mimmiyoo Jaalalaa==============*Kutaa 1ssoo''Eegaa hundi keenyaa gaafa teenyee, dhaabbannee, hidhamnee, hiikkamnee, deemnee, fiignee, callisnee, gaddinee, gammannee, xumurre; waa’ee jireenyaa, waa’ee jaalalaa yaaduun keenya hin’oolu. Jaalalaan duuba maaltu jira kan jedhus deebii biroo qaba. Gaafa ka
Mimmiyoo Jaalalaa==================*Kutaa 2ssooSeenaan barattuu waggaa 3ffaa waan taateef barnootasaakana barachuuf dirqamte. Isaan lameenuu jaalala sabaa,guddinna afaaniifi jireenya isaanii yaaduu malee, guyyaatokkos waa’ee jaalalaa dubbatanii waan beekan hinfakkatan.Haata’uu malee, guyyaan nidhufe
animmoo isaan ilaalu. Isaanimmoo onneenisaanii jaalalaan liqimfameera.Falmataan gaafa isheen gaafii gaafattu akkuma isheen har’aeebbifamtutti ibsaaf. Garuu yaadnishee gaaficha osoohintaane, Falmataa irra. Erga xinnooshee dubbisanii boodaboqonnaa fudhachuuf bahan. Ergasii haasaya isaanii tokkolama je
Mimmiyoo Jaalalaa================*Kutaa 3ssoo~> Harmeen koo nadeessee ji’a lama gaafa geessu isheenisbaqattee gara Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO)ttimakamte. Amma nijirtiifi niwareegamtee, wanti ani beekuhinjiru. Ani erga dhaladhee kaasee Akkayoo koottu naguddise.Maqaa koos akkoo koottu “Seenaa” jed
taa: Innis ishee ofitti qabee, “seenaakoo anis baay’eesijaaladha. Erga si’argee jalqabee hirriba hinqabu. Garuu gumaaabbaa keetii, haadha teetiifi abbaa kootiis walumaagalattigumaa jaalleewwan wareegamanii kan baasu numa seenaakoojedheen, imimmaan gadi roobsaa. Sirba kadiir Martuu“Fedhiikoo hintaane
Mimmiyoo Jaalalaa=================*Kutaa 4rreessoo~> Falmataan poolisoota dhalootaan Oromoo ta’an keessahiriyyoota hedduu qaba. Isaan keessaa isa tokkoon xalayaakana barattuu seenaa jedhamtutti naaf geessi jedheen!Xalayichi akkas jedha:[Seenaa koo sihaa gahu nageenyikoo,akkami nagaadhaa?. Baay’ee si
Official Jawar Mohammed’s telegram channel! Join it 👇👇👇👇👇https://t.me/Jawarmd